Mana / Oduu

26 Onkoloolessa 2019 A.L.I. · 5 Nov 2026 · Bishaan

Kutaalee giddugala Baatuutti bishaan cufame, sa'aatii 9:00 hanga 14:00

Suphaa karoorfame sarara gubbaa irratti. Bishaan halkaniin dura kuufadhaa.